Voon Deer Leyen xalayaa hoggantoota Awurooppaaf barreesseen, ardiin tun ''yeroo hubachuu'' fi ''humna industirii fi oomishaa keenya gadi lakkiftee gara galma nageenyaatti qajeelchuu'' qabdi jedhan.
Mootummaan Ertiraa miseensoota raayyaa ittiisaa duraanii leenjii dabalataatiif kutaasaaniitti akka debii'aniif akkasumas kaan ammoo biyyaa akka hin baane qajeelfama baasuu lammiileen biyyattii ...